Gorsa haakima ilkaanii bira ittiin deemuu qabdan

Transcription

Gorsa haakima ilkaanii bira ittiin deemuu qabdan
Gorsa haakima ilkaanii bira ittiin deemuu qabdan
Tips for a successful dental visit (Oromo)
Gorsooti armaan gadii daa'imai keessan yeroo kilinika ilkaanii dhaqu isa fayyadu.
Waanti raawwachuu qabdan:•
Waytita kilinika ilkaanii deemu daa'imi keessan akka itti gammadu gochu.
•
Mana kitaabaa naannaa keessan jiruu barreeffamoota (kitaabota) kilinika ilkaanii
deemuurratti barreeffaman ilaalaa, Fakkeenyaaf Mister Rogers Going to the Dentist
kan jedhuufi Fred Rogers kan barreeffame.
•
Ilkaanuma keessan guyya guyyaatti wrushiin sigunniifi kuulaan ilkaan jidduudhaa
xurii baasuudhaan akkasumas kilinika ilkaanii deemuun wal'aanamuudhaan
fakkeenya ta'aa.
Waantota Gochuun Sinirra Hin Jiraanne:•
Daa'ima keessan kilinika ilkaanii geessuudhaaf mata'a hin kenninaaf.
•
Kilinika ilkaanii dhaquu akka adabaatti hin fayyadaminaa.
•
Kilinika ilikaanii isaan geessuu keessanin dadhabuu keessan daa'imman keessan hin
beeksisiinaa.
•
Namooti gara biroon kilinika ilkaanii ilaalchisuun iduu sodaachisu akkai itti hin
himne godhaa.
Kilinika Ilkaaniitti Maaltu Ta'a?
•
Haala ilkaaniifi irgi yeroo ammaa irra jiru qorachuu.
•
Dhibee afaanii fuuladuratti uumamuu dand'au ilaalchisuun qorachuu.
•
Sadarkaa filooraayidiin irra jiru qorachuu.
•
Waa'ee qulqullina afaaniifi soorataa ilaalchisuun barnoota fudhachuu.
©2002-7 HealthPartners
10-07/X/052134
Tips for a successful dental visit
The following tips will help to ensure that your child gets off to a smooth start at his or her first
dental visit.
Things you should do:
•
Try to make dental visits enjoyable for your child.
•
Visit your local library and check-out books about going to the dentist, such as Mister
Rogers Going to the Dentist by Fred Rogers.
•
Set a good example by brushing and flossing your own teeth every day and by visiting
your dentist as recommended.
Things you should not do:
•
Bribe your child into going to the dentist
•
Use a dental visit as a means of punishment
•
Let your child know that you suffer from anxiety about going to the dentist
•
Allow others to tell your child scary stories about dental visits
What will happen at a dental visit:
•
Evaluation of the current status of teeth and gums
•
Evaluation for future oral diseases (e.g., risk assessment)
•
Assessment of fluoride status
•
Education around oral hygiene and nutrition
© 2000-7 HealthPartners
10-07/X/120135

Documents pareils