antilagerland_aufruf_oromo (63,4 KiB)

Transcription

antilagerland_aufruf_oromo (63,4 KiB)
Qindoomina
–
Jidduu bakkoota dhaabbiiwwan kanaatti buusiin
geejiba kan namoota 50 qofaa qabatu ni qophawa.
Kanaafuu warri qabdan konkolaata dhuunfaa keessaniin kootta.
–
bakkoota hundumattuu bakka bultii ni qindeesina, bakkee akka lafa kaampii, dirree fi maneetii dhuunfaa
ta'a. Kanaafuu warri qabdan waan akka korojoo rafiinsa,
fraasha ho'iinsaa fi dunkaanii kaampii, ofiif qofaaf utuu
hin taane warra hin qabne kan biroofis.
–
Yeeroo godaansa kanaa nyaatni hundumaafuu ni
qophaawwa, fedhiin nyaata addaa addaa (kan akka foona
lagachuu, warra foon booyyee hin nyaanneef fi kkf).
–
baasii godaansa kanaa amma tokko gargaaruuf
warri dandeessan yeeroo godaansaa hundumaaf 50,
guyyaa tokkoof immoo 10 akka baaftan kabajaan gaafatamtu. Baqattootaaf gatiin isaa tola.
–
yeeroo godaansa kana hundumaaf qaamni rakkoo akka miidhaa gosummaa fi saala irratti hundaa'an
ilaaluu ni jiraata. bakkoota hundumaattuu marii adda
adda taasisuun godaansichi haalaan akka adeemsifamuu
fi xumuuramu taasisuun ni yaalama.
–
Godaansicha haalaan to'achuu fi qindeessuuf,
warri irratti hirmaachuu feetan akka daddaftanii ofgalmeesitan isin gaafanna ([email protected]
ykn www.deutschland-lagerland.de). Kan nu barbaachisu,
–
Qophesitootni
AK Asyl Neuburg-Ingolstadt | Anti-Lager Bündnis Nürnberg | Antirassistische Aktion
Augsburg | Bayerischer Flüchtlingsrat | Forum autonomer Umtriebe Landshut / AK
Antirassismus | Karawane München | res publica
Deegartoonni
Äthiopischer Fürsorgeverein e.V. | Aktionsprogramm Hier Geblieben! GRIPS Theater
Berlin | Bürgerinitiative Asyl Regensburg | Cafe Exil Hamburg | FIB - Flüchtlingsinitiative
Brandenburg | Flüchtlingsrat Brandenburg | Flüchtlingsrat Hamburg | Flüchtlingsrat
Niedersachsen | Flüchtlingsrat Schleswig-Holstein | Force de Changement pour le Togo |
Haus International Landshut e.V. | Initiative Schwarze Menschen in Deutschland (ISD)Bund | Interkulturelles Forum e.V. | JOG - Jugendliche ohne Grenzen | Karawane Bielefeld
| Karawane Bremen | Karawane Hamburg | Karawane Nürnberg | Karawane Wuppertal |
Kongolesischer Verein in Bayern e.V. | Miteinander Leben in Landshut | Münchner
Flüchtlingsrat | REFUGIO München | Südbadisches Aktionsbündnis gegen
Abschiebungen Freiburg | The VOICE Refugee Forum | AJA – Autonome Jugendantifa
Nürnberg | AK Internationalismus | ALF – Antifaschistische Linke Fürth | Antifa NT |
Arbeitsgemeinschaft International Dorfen | Arbeitsgemeinschaft International Landshut |
attac München | BDKJ Bayern | Bund für Geistesfreiheit Neuburg/Ingolstadt | DeutschKurdischer Freundschaftsverein e.V. | DGB Jugend München | DKP Landshut- Freising |
fortsetzung folgt! | Forum solidarisches und friedliches Augsburg | Frauen Lesben
Zusammenhang Nürnberg | Freie ArbeiterInnen Union München | Friede den Hütten e.V.
| Infoladen Landshut | Initiative Libertad! | Jugendzentrum Dorfen e.V. | Landshuter
Arbeitskreis Partnerschaft mit der 3. Welt e.V. | Links!WASGeht Bayern | Linkspartei
Bayern | Linkspartei Landshut | Linkspartei München | Marxistische Initiative |
Mittwochskafe | Münchner Bündnis gegen Krieg und Rassismus | Münchner
Gewerkschaftslinke | Musikinitiative Landshut e.V. | Ökumenisches Büro für Frieden und
Gerechtigkeit e.V. | OA – Organisierte Autonomie Nürnberg | Revolutionär Sozialistischer
Bund/IV. Internationale | RL - Radikale Linke Nürnberg | Schülerbündnis Nürnberg | SdAJ
München | SJD - Die Falken München | Socialist Party of Iran | ['solid] - die sozialistische
Jugend | Trägerkreis EineWeltHaus München e.V. | ver.di Jugend Bayern | ver.di Jugend
München | VVN-BdA Vereinigung der Verfolgten des Naziregimes/Bund der
Antifaschisten Bayern | VVN-BdA Landshut
namoota meeqa taatanii akka dhuftan
–
dunkaana, korojoo rafiinsaa/awusaa fi fraasha
ho'insaa dabalata fiddanii dhufuu yoo dandeessan
–
konkolaatota keessan keessaa bakka duuwwaa
yoo qabaattan
–
taatan
yoo nama mucaa isiniif qabu kan barbaaddan
Renate Ackermann, MdL Bündnis 90/Die Grünen | Anja Edelhäuser | Hans Klusch |
Kornelia Möller, MdB, Fraktion Die Linke | Michaela Ostermeier, AK Aktiv gegen Rechts
bei ver.di | Marco Rauschenberger | Michael Sack, RA | Gisela Seidler, RAin | Siglinde
Siglstetter, AK Aktiv gegen Rechts bei ver.di | Josef Winkler, MdB Bündnis 90/Die Grünen
| Mayerbeetle
Kan gargaaran
Ausländerbeirat der Landeshauptstadt München | Freitagskafe | Kurt-EisnerVerein, Kooperationspartner der Rosa-Luxemburg-Stiftung | Netzwerk
München | Pro Asyl | Stiftung Umverteilen
presented by
Galmaa'uuf, gaaffii yoo qabaattaniif fi yaada kennachuu
yoo feetaniif yeeroo godaansaa dura kan nu argattan teessoo Bayerisher Flüchtlingsrat ta'a:
bil.: 089 76 22 34 /faaksiin: 089 76 22 36
faltblatt: matthias weinzierl, 2006
Godaansi Mirga Namummaa Baqataa Adunyaa kan
dhaabbattu bakkoota: Nurenberg, Neuburg, Landshut fi
Munik tti.
Kaampii baqataa balleesaa!
Qooddi fi irraa laguun haa dhumatu!
Mirga teesumaa!
m a g a z i n
Deutschland Lagerland
Godaansa Mirga Namummaa Baqataa Adunyaa
Adoolessa 29 irraa amma Hagayya 5 ti
Nurenberg | Neuburg | Landshut | fi Munik
chlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerlandDeutschlandLagerland
Godaansa Mirga Namummaa Baqattoota
Adunyaa
NUREMBERG
Adoolessa 29, 2006
Adoolessa 29 kaasee amma Hagayya 5 tti Godaansi Mirga
Namummaa Baqattoota Adunyaa Baayern keessa socho'uuf
aganteefatee jira. Dhaadannoo Jarman Biyya Kaampii
(Deutschland Lagerland) jedhu jalatti kan sochoonu, ummata
Baayern waa'ee baqataan guutuu Baayern keessatti haala
birmadummaa hin qabne keessatti akka jiraatan kan dirqamanii fi sanaafis immoo seera tumameen, ajaja baasifamee fi
qondaalota dhimma nama biyyaa alaatiin irratti kan murteefamu ta'uu isaa barsiisuuf carraaqna. Godaansi alana kunis
yeeroodhaaf sadarkaa ol'aanaa qabsoon keenya kan kaampii
biyyaa baasuu (deportation camp), paakeeta nyaataa qofaa
dhiyeessu fi kaampii keessa qofaa jiraachisuu baqatootaa
mormuun adeemsifnuu fi erga bara 2002 ti itti jiru kan ta'uu
dha.
Kaampiin baqattootaa kan eenyu illee akka mana jireenyaatti
waamuu hin dandeenyee fi yeeroo heddu kaampii warana
durii irraa kan dhaalamanii fi saanduqa meeshaa gurguddaa
irraa kan hojjatamanii dha. Dallaa dheeraadhaan kan marfamanii fi maqaanis kan agarsiifaman, yeeroo heddu magaala keessaa ba'anii ykn immoo naanolee warshaaleedhaaf
qopheefaman irratti kan ijaaraman, akkasumas weerara foolisiin yeeroo heddu kan sakata'aman, maqaaf garuu Mana
Jireenya Gamtaa (Gemeinschaftsunterkünft) jedhamanii kan
waamaman meeshummaan isaani inni angafti garuu namoota ummata irraa fageessuuf kan yaadamanii dha. Kana irrattis dabalee eeyama hojjaa dhoowwachuun, maqaa dhiyeessa
mi'a dhiidhii jedhuun mirga ofitti abboomuu lagachiisuunii fi
maqaa “Residenzpflicht” jedhuun mirga socho'uu dhorkachuun mudatamanii jiraachuu jechuu dha.
Kaayyoon keenyas baqattootaaf uummata keessatti dhageetti argamsiisuufi. Sochiilee keenyaan uummata barsiisuufii
warra karaa siyaasaa fi bulchiinsaa itti gaafaramummaa
qaban haala dhugaa kanaan fuuldura dhaabbachuu ta'a.
Gaaffiin keenyas kaampiin baqattootaa akka balleefaman,
namoota ummata irraa fageessuun akka dhaabbatuu fi mirgi
jireenyaa kan hin gadabamiin baqattoota hundaaf akka kennamu kan jedhu ta'a. Mirga hojachuu dhorkuu, waan nyaataaf ta'u paakeeta qofaan dhiyeessuu, mirga sochii dhorkuu
fi seeraa ala taasisuu bifa kamiituu fi qooduu baqattootaa
kan morminu ta'a.
Isinis Godaansa Mirga Namummaa Baqattoota Adunyaa
kana irratti akka qooda fudhattan isin afeerra. Koottaa sochii
keenyaa irratti hirmaadha, Baayern keessa nu wajjin socho'a
isiniin jenna.
Sa'aatii 14.00 irratti, bakka Fürther Freiheit jedhamutti
Kaampii baqattoota Biyyaa baafamanii balleessa!
Hiriira nagaa jalqaba biyyoolessaa, Fürther Abschiebelager
jedhamu mormuun, agarsiisa addaa addaa dhumma irratti
bakka “buufata biyya gadlakkisuu” (Ausreisezentrum).
Sa'aatii 21.00 irratti bakka Desi, Brückenstr. 23, Nürnberg tti
Biyya Kaampii daakessuu (smash Lagerland)!
Qophii bashanana sirna baniinsa Godaansa Mirga
Namummaa Baqattoota Adunyaa
Adoolessa 30, 2006
Sa'aatii 11.00 irratti, bakka Lorenzkirche, Nürnberg ti
Suuqii beekumsaa (Kiosk des Wissens)
Agrsiisa waa'ee kaampii biyyaa baasuu Fürth ilaalchisee
Sa'aatii 11.00 irratti jidduu Magaala Nürnberg keessa
Actionday Nürnberg
Sochii addaa addaa bakka Bardentreffen tti
LANDSHUT
Hagayya 2, 2006
Sa'aatii 14.00 irratti bakka Rathaus (Mana Qopheessaa) tti
Mirga wal-qixxee hundumaafuu!
Hiriira nagaan dadhabsiisa tajaajila hawaasummaa fi qooddi
gosummaa mormuu
Sa'aatii 20.00 irratti, bakka Infoladen, Wagnergasse 10 tti
Sagantaa Bashanana (Lagerland Party)
Hagayya 3, 2006
Sa'aatii 14.00 irratti, bakka Rathaus biratti
Kaampii balleessa! (Lager Abschaffen!)
Mormii baqatoota humnaan kaampii keessa jiraachisuu ibsuuf walga'uu
Sa'aati 15.00 irratti, jidduu magaala keessatti
Audioballet (sirna sagalee addaa addaa)
jeequmsa dandeetti addaa addaa gamtaa fi dhuunfaan, kaampii keessa jiraachisuu mormuun. Kan MP3 qabdan fidahdaa
kootta.
MUNIK
Hagayya 4, 2006
NEUBURG / Donau
Adoolessa 31, 2006
Sa'aatii 13.00 irratti bakka Bundesstr. B16, bakka anquu karaa
Hagau jedhamutti Daangaa bulchiinsa naanoo Neuburg fi
Ingolstadt irratti
Die Grenzen auf! (Daangaan haa banamu!)
Baqattoonnii fi bakka bu'oonni siyaasa dangaa baqattoonni
cehuu dhorkaman falmiin banu.
Sa'aatii 11.00 irratti, bakka Boschetsrieder Str. 41 tti
Biyya baasuun haa dhaabbatu! Baqattootni haasimataman!
Mormii addaa addaa waajjira dhimma kooluu galtummaa fi
baqatummaa fi buufata jiddu galeessa biyyatti deebisuu
kibba Jarman biraatti. Deegarsa baqattoota bakka buufata
baqattoota haaraa itti fudhatamaniif.
Sa'aati 14.00 irratti, Odeonsplatz tti
Asitti kan hafan (hier geblieben)
Waliiti qabamuu, bakka ministeera dhimma biyya keessaa
Baayern fuulduratti, mirga teesumaa hin gadabamiin gaafachuun
Hagayya 1, 2006
Hagayya 5, 2006
Sa'aatii 11:00 irratti bakka kaampii baqatootaa,
Donuwoertherstr. B82
Jobparade (Sochii hojjaaf)
Hiriira nagaan mirga hojjachuu baqattoota dhoowwachuu
mormuu
Sa'aatii 14:30 irratti/Gollierplatz
Jarman biyya Kaampii (Deutschland Lagerland)
Hiraara nagaa xumuura Godaansa Mirga Namummaa
Baqattoota Adunyaa
Sa'aatii 14.00 irratti, Zenettistr. Ecke Thalkirchnerstr.
Andaara qabadhu, biyya Kaampii! Halt den Rand, Lagerland
Jeequmsa sagalee addaa addaa bakka feestaa karaa miidhagduu Munik irratti.